Guca Olompikii lammaffaa Dirree Dhawaatti Qabsiifamuuf kurfiin taasifamaati jira
Alada dhufu jechuuniis Gurraandhala 15 Dirree Dhawaatti Gareen Olompikii Ityoophiyaa Guca lammaffaa Dirree Dhawaatti Qabsiifamuuf kurfiin taasifamaati jira Guci jalqabaa gareen olompikii Ityoophiyaa Magaalaa Handhura Oromiyaa Finfinneetti kan qabsiifame yoo ta’u Gareen Olompikii Ityoophiyaa Guca lammaffaa Dirree Dhawaatti Alada dhufu jechuuniis Gurraandhala 15 ni qabsiifama jedhameeti eegama. Preezdaantin FDRI Saahilawarqi Zawdee guca jalqabaa garee olompikii…


