“Imalli Badhaadhina Keenya Shira Juntaa fi ergamtoota isaatiin hin gufattu”
Itoophiyaan Juntaa nu ganeen waraanamaati jirti. Mangudoo, dubartoota, daa’iman, dargaggoota hundi lammii Itoophiyaa waan tahan qofaaf Juntaan du’a hadhaawa irratti raawachaa jira. Magaaloonni Kaaba Itoophiyaati argaman marti hoomaan Awaaniisa akka midhaan fixuti Juntaanis Maneen barnoota, jiddu-gala Wal’aansa, bu’uraalee misooma Teeleekom, Sarara Elektirikaa, Baankiilee fi dhaabilee tajaajila kenan kan danda’an saamaa kaanis barbadeessu jiran. Raayaan ittisa…


