Marsaa 4 imala miilaa fi Baaskileetaa biyyaalessaa Dirree Dhawaatti geggeefame.
Magaalaa Dirree Dhawaatti “Quwaaqmee hanga Quwaaqmeetti ni geenya ” dhaadannoo jedhuun marsaa 4ffaan Imala miilaa fi Baaskileetaa balaa geejibaa hir’isuu fi aadaa imala miilaa babal’isuuf karoorfate ganama arraa geggeefame. Sagantaa kana irratti haasawa kan taasisan Ministeerri Ministeera Geejibaa Adde Daagmaawiit Mogos akka jedhanitti haalli teesuma lafaa kan biyya teenyaa hubannoo keesa galfachuun hawaasni miilaan aadaa…


