ችግኝ መትከል በድሬደዋ ከውበት ባለፈ ሊከሰት የሚችለውን የጎርፍ አደጋ ለመቀነስና የአየር ንብረት ለውጥን ለማጣጣም ያለው አስተዋጾ የጎላ መሆኑን የድሬደዋ አስተዳደር የአካባቢ የደን እና የአየር ንብረት ለውጥ ባለስልጣን ሃላፊ አቶ አብዱ መሃመድ ተናገሩ::

    የኢትዮጵያን እናልብስ አረንጓዴ አሻራ ዘመርሃግብር በድሬደዋ ደረጃ በነገው እለት በአንድ ጀንበር በከተማ 250ሺ እንዲሁም በገጠሩ የአስተዳደሩ ክፍል በተመሳሰይ 250 ሺ ጭግኞችን ለመትከል መታቀዱን አቶ አብዱ ጨምረው ገልጸዋል፡፡ አክለውም በድሬደዋ ማህበረሰቡ ችግኝ የመትከል ልምድ እንዳለው የገለጹት ሃላፊው በቀጣይም ችግኝ መትከል ብቻ ሳይሆን ተንከባክቦ ማጽደቅና ማሳደግ ባህሉ ማድረግ ይገባል ብለዋል፡፡ ባለስልጣን መስሪያቤቱ ድሬደዋን አረንጓዴ ለማልበስ ብሎም ሌሎች…

    Read More

      የኢትዮጵያን እናልብስ አረንጓዴ አሻራ ዘመቻ መርሃ ግብር በድሬደዋ አስተዳደር ደረጃ ሁለት ሚልየን ችግኝ ለመትከል መታቀዱ ተገለጸ::

      ሃሙስ ሃምሌ 28 በአንድ ጀምበር ግማሽ ሚልየን ችግኝ ለመትከል ቅደመ ዝግጅቶች መጠናቀቃቸውን የድሬደዋ አስተዳደር ውሃ ማዕድንና ኢነርጂ ቢሮ ኃላፊ አቶ ኢብራሂም ይሱፍ ተናግረዋል ፡፡ እንደ ኃላፊው ገለጻ የችግኝ መትከል መርሃ ግብሩ ህጻናትን ጨምሮ የሃይማኖት አባቶች ፤ የሃገር ሽማገግሌዎች ፤ ዑጋዞች እንዲሁም የመንግስት ሰራተኞች ተሳታፊ እንደሚሆኑ አስረድተዋል፡፡ በቀጣይ ከድሬደዋ ባለፈ ለጎረቤት ሃገራት የሚሆን አንድ ቢሊየን ችግኝ…

      Read More

        በድሬዳዋ አስተዳደር በአንድ ጀንበር 500 ሺ ችግኞችን ለመትከል የሚያስችል ዝግጅት መጠናቀቁ ተገለፅ፡፡

        በድሬዳዋ አስተዳደር በ3ኛው ዙር የአረንጓዴ አሻራ የችግኝ ተከላ መርሃ ግብር በአንድ ጀንበር 500 ሺ ችግኞችን ለመትከል የሚያስችል ዝግጅት መጠናቀቁን በድሬዳዋ የአረጓዴ አሻራ አብይ ኮሚቴ ሰብሳቢ የግብርናው ውሃ ማዕድንና ኢነርጂ ቢሮ ሀላፊ አቶ ኢብራሂም ዩሱፍ የአረንጓዴ አሻራ በአንድ ጀንበር 500 ሺ ችግኝ የመትከል መርሃ ግብር አስመልክቶ ዛሬ ጋዜጠኞች በሰጡት ጋዜጣዊ መግለጭያ ገለፁ፡፡ የድሬደዋ አስተዳደር የ2013ዓ.ም የአረንጓዴ…

        Read More

          Daldaltootaa Sababa Dinagdeen ala gatii dabalan 235 irratti Tarkaanfiin fudhatamuun ibsame.

          Bulchiinsaa Dirree Dhawaatti Daldaltootaa fi Waldaalee dhiheessan kanneen Sababa Dinagdeen ala gatii dabalan 235 , Bukaarota irratti Tarkaanfiin fudhatamuu fi Konkolaatota ‘ FSR ‘ fe’iinsaa 6 qorannoon irratti geggeefamaa jiraachuu Itti-Aanaa Kantiibaa fi Hooganaan Biiroo Daldala, Indastirii fi Invastimantii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar eeranii Tarkaanfiin fudhatamuu jalqabe cimee kan ittifufu taachaa addeessan. Bulchiinsatti…

          Read More

            Bajatni Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan bara 2014 Birrii Biiliyoona 4.8 raggaasise.

            Bajatni Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan bara Bajataa 2014 Birrii Biiliyoona 4.8 akka ta’u Wixinee Bajataa Hooganaan Biiroo Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Bulchiinsaa Obbo Sulxaan Aliyyii akka ta’u Wixinee Bajataa kan dhiheessan irratti Marichuun Bajatni Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan bara 2014 Birrii Biiliyoona 4.8 raggaasise. Manni Marichaa yaa’ii Idilee kanaan dhimoottan ijoo irratti marii geggeesseen murtee…

            Read More

              Kilaastara Baadiyaa Bulchiinsaatti Biqiltuu kum 250,000 Guyyaa tokkotti dhaabuuf kurfiin xumuramuun ibsame.

              Bulchiinsa Dirree Dhawaatti ‘Dirree Magariisa Uwwisuudhaan Biyyaafiis fakkii ni taana !’ dhaadannoo jedhuun Sadarkaa Bulchiinsaatti Boru Adoolessa 29 bara 2013tti Kurfii Biqiltuu kum 500,000 Guyyaa tokkotti dhaabuuf qabameen Kutaa Kilaastaroota Baadiyaa 4tti Araddoottan Baadiyaa 38 argamanitti Biqiltuu kum 250,000 akkasumaas Araddoota Magaalaa 9tti Biqiltuu kum 250,000 walumaagalatti Biqiltuu kum 500,000 Guyyaa tokkotti dhaabuuf Kurfii xumuramuu…

              Read More

                Hoodhaa Kennaa Dirree teenyaaf

                Urjii Bahaa Magaalaa teenyaaf Hoodhu Kennaa Kennaa caalu jechuuf Adoolessa 29 bara 2013tti Beelamaneeti jirra. Beelamani keenya Utubaa jiruu fi jireenyaa kan ta’e Naannoo keenya Daaroma lafaa irraa baraaruuf Faana Magariisaa keenya kaa’uuf Lafa Biqiltuu dhaabuuf oolu qopheessuun Barii Barraaqaan kaanee Hoodhaa Kennaa jechuutu nurra eegama. Dirree teenyaaf jennee Guyyaa kana Naannoo keenyatti argamnee Faana…

                Read More

                  Daldaltoota gatii meeshale nyaataa irratti akkaan dabalaa 171 irratti Tarkaanfiin fudhatame jedhame.

                  Bulchiinsatti Qaala’iinsa jireenyaan Gabaa tasgabbeessuun walqabatee gaaffiiwan Walitti Qaboo Koreewan dhaabbii kan keessattuu yeroo gara yerootti gatiin meeshaalee nyaataa irratti akkaan dabalan Dukaanota 171 irratti Tarkaanfiin Ugguruu fudhatame jedhame. Qaala’iinsa jireenyaa keessattuu yeroo gara yerootti gatiin akkaan dabalaa dhufeen walqabatee Manneen Daldalaa kanneen keessattu meeshaalee nyaataa irratti gatii akka malee dabalan Dukaanota 171 irratti Tarkaanfiin…

                  Read More

                    We support the campaign to exterminate the Junta’

                    Tigrayans living in Dire Dawa Administration have expressed their support for the ongoing campaign to exterminate the TPLF and its subjugation. They also said that the Terrorist group should be held accountable by international crimes for involving children in the war fronts. Residents told ENA that everyone should condemn the Terrorist’s activities of the TPLF…

                    Read More