Qaala’iinsa gabaa tasgabbeessuf tattaaffiin cimaa taasifamaa jira MM Dr. Abiy Ahimad
Qaala’iinsa jireenyaaf sababoonni hedduun jiraatus rakkoolee kanneen furuuf tattaaffii cimaan taasiifamaa jiraachuu Mummuchi Ministeeraa Dr. Abiy Ahimad ibsaniiru. Qaala’iinsi jireenyaa irra caalaatti lammiilee galii gadi aanaa qaban miidhaa jiraachuu kan ibsan MM hawaasni harka qalleeyyii nyaata guyyaa akka argatuuf magaalaa Finfinneetti hojiin ijaarsa warshaalee Daabboo babal’isuu hojjetame jajjabeessaa ta’uu ibsaniiru. Itoophiyaatti qaala’iinsi gatii % 33…


