Sadarkaa jireenya Jiraattota Bulchiinsaa fooyyessuuf tattaaffiin taasifamaa jiraa jedhan
Waajjira Hoji-gaggeessaa Magaalaa Dirree Dhawaa fi Dhaabileen waamamtoota isaa waltajjii marii Raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara bajataa 2017 irratti gaggeessan. Bulchiinsa Dirree Dhawaatti lammiiwwan Sagantaa Seeftiineetiin fayyadamoo ta’an Sadarkaa jireenya Jiraattota Bulchiinsaa fooyyessuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Ittigaafatamaan Waajjira Hoji-gaggeessaa Magaalaa Dirree Dhawaa Injiinar Jamaal Ibraahim ibsan . Waajjira Hoji-gaggeessaa Magaalaa Dirree Dhawaatti Kan jalqabame Hojii…


