Mul’ata Dirree Dhawaa Egeree Damee Ijaarsaa fi Misooma Manneeniitiin Guutuu Taasisuurratti Hojjechaa Jirra – Injinar Umar Du’aalee Hogganaa Biiroo Konistiraakshiniifi Misooma Manneenii Bulchinsaa Dirree Dhawaa
Diree Dhawaan magaalaa karoora magaalaatiin beekamtuu fi akka mallattoo qaroominaatti kan ilaalamtu waan tateef; Biiroon Misooma fi ijaarsaa Maneen Jireenyaa sadarkaa magaalichaa ol kaasuun gara fuula duraatti babal’ina magaalichaa ilaalcha keessa goalchuun hojjetamaa jiraachuun ibsame. Itti gaafatamaan Biiroo Misooma magaala fi ijaarsaa Manneeni Bulchiinsa Dirree Dhawaa Injinar Omar Du’aalee akka jedhanitti Diree Dhawaan magaalaa gamoowwanii…


