Marii paanaalii Sochii Hirmaannaa fi irraa fayyadamtummaa Dubartoota guddisuuf kaayyeefate geggeefamaati jira.
Bulchiinsa Dirree Dhawaa Dubartoonni jaarmayoota gara garaa fi qaamolee hawaasaa irraa walitti babahan kan irratti hirmaattan Marii paanaalii Sochii Hirmaannaa fi irraa fayyadamtummaa Dubartoota guddisuuf kaayyeefate geggeefamaati jira. Marii paanaalii kana irratti argamuudhaan haasawa baniinsaa kan taasisan itti Aanaa Kantiibaa fi Hooganaan Biiroo Daldala, Indastirii fi Invastimantii Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti yeroo darbe biyya…


