Sirni Soorataa hin madaala’iniin miidhaawan hawaasummaa ga’an ittisuuf hunduu shoora gama isaa akka bahatu waamichi dhiyaate.
Miseensota Mana Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaatiif leenjii hubannoo gabisuu kan Tarsiimoo Sirna Soorata (Nyaataa) Biyyaallessaa , Guyyoottan Kuma daa’imanii kan jalqabaa fi Fayyaalessummaa Haawanii dhimmoottan jedhuun qophaa’e irratti haasawa baniinsaa kan taasisan Afa-yaa’iin Mana Marii Bulchiinsa Kabajamtuu Adde Faaxum Musxafaa Miseensotni mana marii hubannoo har’a argatan kana hawaasa bakka buutanii fi kan waliin jiraataniif kennuun…


