Mariin Karoora Tarsiimawaa Dirree Dhawaa irratti taasifamaa ture xumurame.
Waggoottan 10 dhufutti Magaalaa Dirree Dhawaa magaalota Sadarkaa eegatan keessaa tokko taasisuuf karoorri Tarsiimawaan waggoottan 10 kun hojiiwan dandeesisan kan hammatee jechuu kan ibsan Kantiibaan Bulchiinsaa Obbo Ahmad Buuhii fi Hoogantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Bulchiinsaa Adde Kariimaa Aliyyee. Marii guyyoota sadiif geggeefamaa ture kana irratti Karoorri Tarsiimawaa waggoota 10 itti aanu kan damee…


