Baasii Birrii Miiliyoona 38 oliin Gamoon Mana Murtii ijaarame eebbifame.
Gamoon Mana Murtii Sadarkaa Jalqabaa fi Ol-Iyyannaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan Baasii Birrii Miiliyoona 38 oliin ijaarame eebbifame . Sagantaa Eebba Gamoo kanaa irratti keessummaa kabajaa ta’uun kan argaman Afa-yaa’iin Mana Marii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kabajamtuu Adde Faxum Musxafaa haasawa taasisaniin akka jedhanitti Yeroo ammaa kan Piroojektoonni baay’een akkaan harkifachuun rakkoo uumaa jiranitti Gamoon Mana…


