Daldaltoota gatii meeshale nyaataa irratti akkaan dabalaa 171 irratti Tarkaanfiin fudhatame jedhame.

    Bulchiinsatti Qaala’iinsa jireenyaan Gabaa tasgabbeessuun walqabatee gaaffiiwan Walitti Qaboo Koreewan dhaabbii kan keessattuu yeroo gara yerootti gatiin meeshaalee nyaataa irratti akkaan dabalan Dukaanota 171 irratti Tarkaanfiin Ugguruu fudhatame jedhame. Qaala’iinsa jireenyaa keessattuu yeroo gara yerootti gatiin akkaan dabalaa dhufeen walqabatee Manneen Daldalaa kanneen keessattu meeshaalee nyaataa irratti gatii akka malee dabalan Dukaanota 171 irratti Tarkaanfiin…

    Read More

      We support the campaign to exterminate the Junta’

      Tigrayans living in Dire Dawa Administration have expressed their support for the ongoing campaign to exterminate the TPLF and its subjugation. They also said that the Terrorist group should be held accountable by international crimes for involving children in the war fronts. Residents told ENA that everyone should condemn the Terrorist’s activities of the TPLF…

      Read More

        The community is called upon to take appropriate measures on preventing Covid-19 virus from causing serious harm to our Administration

        The Dire Dawa Health Bureau Head, Lemlem Bezabeh, in a press statement issued today regarding the current situation of the Corona virus, said that the society is currently neglecting the Corona virus and called on the community to take precautionary measures to prevent further damages. Since Megabit 24, 2012e.c, 38,530 people have been tested and…

        Read More

          የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት 2ኛ የስራ ዘመን 47ኛ መደበኛ ጉባኤ ከሰአት በኋላ ቀጥሎ ተካሂዷል::

          በጉባኤው የከሰአት በኋላ ውሎው ጠዋት የአስተዳደሩ ከንቲባ ባቀረቡት የአስፈጻሚ አካላት የ2013 የስራ አፈጻጸም ሪፖርት ላይ የአስተዳደር ምክር ቤቱ ቋሚ ኮሚቴ ሰብሳቢዎችና የምክር ቤቱ አባላት አስተያየትና ጥያቄዎችን አቅርበዋል፡፡ በቀረቡ አስተያየቶችና ጥያቄዎች ላይም የድሬዳዋ አስተዳደር ምክትል ከንቲባና የንግድ’ ኢንዱስትሪና ኢንቨስትመንት ቢሮ ሀላፊ የተከበሩ አቶ ከድር ጁሃር እንዲሁም የአስተዳደሩ ከንቲባ ክቡር አቶ አህመድ መሀመድ ቡህ ምላሽ ሰጥተውባቸዋል፡፡ በዋነኛነት…

          Read More

            Manneen Daldalaa gatii meeshaalee akka malee dabalan 171 irratti Tarkaanfiin fudhatame jedhame.

            Yaa’ii Idilee 47ffaa kan bara hojii 2ffaa Manni Marii Bulchiinsaa Dirree Dhawaa Gaggeessuu jalqabe irratti Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Dirre Dawaa Obbo Ahmad Buuh Gabaasa Raawii Hojii Dhaabilee Raawachiiftotaa kan Bara bajataa 2013 kanatti hojiiwan ijoo raawataman erga dhiheessaniin booda gaaffiiwanii fi yaadota ijoo kan Walitti Qaboo Koreewan dhaabbii fi Miseensota Mana Marichaan ka’an keessaa Bulchiinsatti…

            Read More

              Manni Maree Bulchiinsa Dirree Dhawaa yaa’ii idilee 47ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessuu jalqabe.

              Manni Marii Bulchiinsaa Dirree Dhawaa yaa’ii Idilee 47ffaa kan bara hojii 2ffaa Ganama kana Adoollessa 27 gaggeessuu kan jalqabe Miseensota Mana Marichaa boqotaniif kadhannaa Samuu taasisuun jalqabeera. yaa’icha irratti Itti-Aanaan Bulchiinsa Dirre Dawaa Obbo Ahmad Buuh Yaa’icharratti haasaa baniinsaa erga taasisaniin booda Gabaasa Raawii Hojii Bara baajataa 2013 akka bulchiinsa Dirree Dawaatti hojiilee misoomaa karoorfaman…

              Read More

                የኮቪድ-19 ቫይረስ በአስተዳደራችን የከፋ ጉዳት እንዳያስከትል ህብረተሰቡ የመከላከያ መንገዶቸን በአግባቡ እንዲተገብር ጥሪ ቀረበ፡፡

                የድሬዳዋ አስተዳደር ጤና ቢሮ ሀላፊ ወ\ሮ ለምለም በዛብህ ዛሬ ሀምሌ 26/2013 የኮሮና ቫይረስ ወረርሽኝ ወቅታዊ ሁኔታን አስመልክቶ በሰጡት ጋዜጣዊ መግለጪያ ህበረተሰባችን በአሁኑ ወቅት በከፍተኛ ደረጃ የኮሮና ቫይረስን እየተዘናጋ መሆኑን አብራርተዉ የከፋ ጉዳት እንዳያስከትል ህብረተሰቡ የመከላከያ መንገዶችን በአግባቡ እንዲተገብር በማለት ጥሪ ቀረበ፡፡ የኮቪድ-19 ቫይረስ በድሬ ደዋ መከሰቱ ከታወቀ ጊዜ ከመጋቢት 24/2012 ጀምሮ እስከ አሁን የ 38,530…

                Read More

                  የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት አፈ-ጉባኤ የተከበሩ ወ/ሮ ፈጡም ሙስጠፋ የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት 47ኛ መደበኛ ጉባኤን አስመልክቶ ጋዜጣዊ መግለጫ ሰጥተዋል::

                  የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት አፈ-ጉባኤ የተከበሩ ወ/ሮ ፈጡም ሙስጠፋ በመግለጫቸው እንዳስታወቁት የምክር ቤቱ 2ኛ የስራ ዘመን 47ኛ መደበኛ ጉባኤ ከሀምሌ 27 እስከ ሀምሌ 28 ድረስ ይካሄዳል፡፡ በጉባኤውም የተለያዩ 11 አጀንዳዎች እንደሚቀርቡ ገልጸዋል፡፡ ከአጀንዳዎቹም መሀል የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤትን 2ኛ የስራ ዘመን 46ኛ መደበኛ ጉባኤ ቃለጉባኤን ማጽደቅ’የአስተዳደሩን አስፈጻሚ አካላት የ2013 የስራ አፈጻጸም እና የ2014 በጀት አመት…

                  Read More