Afa yaa’iin mana marii bulchiinsa dirree dhawaa Mooraa Warshaa Simintoo Naashinaalitti Biqiltuu dhaaban.
Bulchiinsa dirree dhawaatti duulli sagantaa ashaaraa magariisaa guyyaa harraa iddoolee garaagaraatti gaggeeyfamaa jiruun Afa yaa’iin mana marii bulchiinsa dirree dhawaa Mooraa Warshaa Simintoo Naashinaalitti Biqiltuu dhaaban. Sagantaa dhaabbii iddoo naashinaal simiintitti Afa yaa’iin mana marii bulchiinsa dirree dhawaa kabajamtuun adde Faxxum Musxafaa argamanii jiran. Duula kanaan iddoo mooraa naashinaal simiintootti hojjatootaa fi gaggeeysitoonni biroon misooma…


