GALAALCHA DIRREE 26
Guyyaan Alaabaa dhaabbilee mootummaa Bulchiinsaa kan gara garaa keessattii kabajame Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 14ffaan haala miidhagaa fi hawataa ta’een dhaabilee bulchiinsaa tokko Gamoo Kantiibaa bulchiinsaatti Miseensonni Kaabinee Bulchiinsaa, Geggeessotni sadarkaa gara garaa, hojjattoonni fi Qaamoleen hawaasa gara garaa kan tajaajilaaf mooraa Gamoo Kantiibaa ykn Faayinaansii keessa turan gamtaan Faaruu Alaabaa Biyyaalessaa Faarsuu fi alaabaa fannisuun…


