Milatariga Itoobiya oo bayaan soo saaray.

    Bayaan kooban oo kasoo baxay Wasaarada gaashaandhiga Itoobiya ayaa lagu sheegay in kooxda TPLF ay laga bilaabo isniintii soo qaaday weerar jihooyin badan kaasoo ay ku doonayaan inay ku wax yeeleeyaan amniga iyo jiritaanka dalka. Hadalkan caawa kasoo yeedhay Milatariga itoobiya, ayaa intaasi ku daraya in ciidanka milatarigu uu dadaal ugu jiro fashilinta weerarada kooxda…

    Read More

      GALAALCHA DIRREE 20

      Dhaabbilee barnoota Ol’aanoo Fooramii ICT Misoomaaf geggeessuu jalqabe. Qopheessummaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo fi Yuunivarsiitii Dirree Dhawaa Fooramii Misooma ICT geggeefamuu jalqabe.Kurfii Fooramii ICT Misoomaaf geggeefamuu jalqabe kana irratti Haasaa baniinsaa kan taasisan Deetaa Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo Dr. Saamu’eel Kiflee akka ibsanitti carraa bal’aa ‘ ICT ‘ Misooma roga maraa…

      Read More

        GALAALCHA DIRREE 19

        Jiraattonni Araddoottan Baadiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Raayyaa Ittisa Itoophiyaaf Birrii Miiliyoona 3 ol Deegarsa gumaachan. Bulchiinsa Dirree Dhawaa Kilaastaroota Afranitti Jiraattonni Araddoota Baadiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Deegarsa Akaakuu fi Maalaqa jechuuniis Diboottan 25, Korbeeyyii Re’ee 85 , Gaallan 2 fi Maalaqaa walumaagalatti deegarsa Birrii Miiliyoona 3 ol shalagamu Deegarsa gumaachan….Wixata – Hagaya 21 – 2013…

        Read More

          GALAALCHA DIRREE 18

          Kantiibaan Bulchiinsaa Hirmaatota Deegarsa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaaf Sochii Imala Miilaa irratti hirmaatan galateefattan Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaatti ‘’Itoophiyaa Baraaruuf Fageenya kamiyyuu niin Imala, Wareegama hundaayuu nan Wareegama ‘’ dhaadannoo jedhuun Sochii Imala Miilaa kan akkaan miidhagaa geggeefame irratti Kantiibaan Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Ahmad Mahammad Buuh haasawa sirna goolabbii Sochii Imala Miilaa kan Deegarsa…

          Read More

            የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት እና የምክር ቤቱ ጽ/ቤት የአምስት ዓመት ስትራቴጃዊ እቅድ (ከ2013ዓ/ም-2018ዓ/ም)

            መግቢያ ፤በሀገራችን የተጀመረውን ፖለቲካው፣ ማህበራዊና ኢኮኖሚያዊ የለውጥ ሂደት ቀጣይነት ለማረጋገጥ በአስተዳደራችን በዘርፍ እና በተቋም ደረጃ የእቅድ ዝግጅት ቡድን ተደራጅቶ የቀጣይ ዓመታትን የልማት እቅድ እየተዘጋጀ መሆኑ ይታወቃል በዚህ መሰረትም የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤትና እና የምክር ቤት እና የምክር ቤቱ ጽ/ቤት በመአከል በዘርፍ ደረጃ የመልካም አስተዳደር ዘርፍ በሚለው አደረጃጀት ስር የአደረጃጀቱ አከል በመሆን የአስር ዓመት የዘርፉ እቅድ…

            Read More

              የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት ጽ/ቤት ተግባርና ኃላፊነት

              የድሬዳዋ አስተዳደር ምክር ቤት ጽ/ቤት በምክር ቤቱ አዋጅ ቁጥር 1/2000 ዓ.ም የተቋቋመ ሲሆን እነርሱም የሚከተሉት ናቸው፡- የጽ/ቤቱ አፈ-ጉባኤ በሚሰጠው አመራር መሰረት፡- ለምክር ቤቱና ምክር ቤቱ ለሚያቋቁማቸው ኮሚቴዎች ውስጣዊ አካላት አጠቃላይ አስተዳደራዊ ግልጋሎት ይሰጣል፣ ለምክር ቤቱ ጠቅላላ ጉባኤና ልዩ ልዩ ኮሚቴዎች የሚያስፈልጉትን የመሰብሰቢያ አዳራሾችን ያደራጃል የዘጋጃል አፈፃፀሙን ይከታተላል፣ የምክር ቤቱን ቃለ-ጉባኤዎች፣ ውሳኔዎችና ሰነዶች በሚገባ ተመዝግበው እንዲቀመጡ…

              Read More

                maanta diqimti 2/2014 TI wakaalada dakhliga ee ismaamulka diri dhabe ayaa qorshaheeda sannad misaaniyeedkani 2014 bishisa maskarab ku guulaysatay in ay 109.75 hirqaliso qorshaheedi.

                Maareeyaha wakaalada dakhliga ismaamulkani diri dhabe mudane cabdusalaam maxamed ayaa manta soo ban dhigay waxqabadka bishi maskaram isagoona canshuur bixiyayaasha darajada B fariin u diray. Mudane cabdusalam ayaa sheegay in sanad misaaniyeedkani 2014 bishisan maskaram lasoo uruuriyay dakhli dhan 158,962,481.90 oo ah dakhliga dawlada hoose iyo waliba canshuuraha kale ee dawlada iyado qorshuhu ahaa in…

                Read More

                  GALAALCHA DIRREE 17

                  Guutiinsa Bishaanii marsaa 2ffaan hidha haaromsa Guddichi Ityoophiyaa ilaalchisuun mariin paanaalii Biyyaallessaa geggeefame. Qopheessummaa Yuunivarsitii Dirree Dhawaattiin Ijaarsa Hidha Haaromsaa walitti hidhamiinsa diinagdee naannichaa cimsuun nageenyaf faayidaa qabu irratti mariin paanaalii Biyyaallessaa kan Hayyoonni Biyya teenyaa baay’een Qorannoowan gara garaa kan dhimma Ijaarsi Hidha Haaromsaa walitti hidhamiinsa Hawaas-Dinagdee fi Siyaasaa cimsuun Guddinaa fi nageenya naannichaaf…

                  Read More