GALAALCHA DIRREE 16
Bajatni Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan bara 2014 Birrii Biiliyoona 4.8 raggaasise. Bajatni Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan bara Bajataa 2014 Birrii Biiliyoona 4.8 akka ta’u Wixinee Bajataa Hooganaan Biiroo Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Bulchiinsaa Obbo Sulxaan Aliyyii akka ta’u Wixinee Bajataa kan dhiheessan irratti Marichuun Bajatni Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan bara 2014 Birrii Biiliyoona 4.8 raggaasise…..GALAALCHA…


