Jiilli Kantiibaan Bulchiinsaa Kadiir Juhaariin duurfamu Piroojektootaa Waggoota Shanan darban hojjataman Daawatan.
# DGC Sadaasa 10/2017 Jiilli Kantiibaa Bulchiinsaa Kadiir Juhaariin duurfamu Waggaa 5ffaa hundeeffama Paartii Badhaadhinaa Piroojektootaa fi Hojiiwan misoomaa Waggoota Shanan darban hojjataman Daawachuun kabajan. Jiilli kun Piroojektootaa fi Hojiiwan misoomaa daawatan keessaa Istaadiyamii Idil-Adunyaa Dirree Dhawaa, Hojiiwan Riifoormii kan Qajeelcha Waliigala Poolisii Dirree Dhawaa, Hojiiwan misooma Invastimantii kan Dhaabata Akuwaa UNO fi Dhaabata Qindeessaa…


