Raayyaan ittisa biyyaa Ajaja Bahaaf Amsoolaa 300 fi Firaasha 300 Deegarsi Taasifame.
Araddoonni Magaalaa Dirree Dhawaattii fi Bulchiinsi Gooticha Humna Raayyaa Ittisa biyyaa Ajaja Bahaa fi Humna Addaaf kan Ooolu deegarsa meeshaalee gara garaa Deegarsa Taasifame kanaan meeshaalee deegarsa taasifame keessaa Amsoolaa 300 fi Firaasha 300 dabalatee meeshaaleen tajaajila gara garaa oolan daagarsaan taasifameera. Sirna Deegarsaa Taasifame kana irratti Itti Aanaa Kantiibaa Bulchiinsaa fi Hoogganaa Biiroo Daldala…


