Carraan Manneen Jiddugala Oomishaa fi Gurgurtaa 39 har’a ifatti geggeefame.
Itti Aanaa Bulchiinsa Dirree Dhawaattii fi walitti Qabaan Kilaastara Misooma Koorporeeshinii Indastirii Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti isin warreen arra carraan ba’eef manneen kan sirnaan itti fayadamuun yeroo Qajeelfama ittiin bulmaataa ta’eetti qophaa’uun ce’uu qabduu jedhan. Itti Aanaan Hooganaa Biiroo Daldala Indastirii fi Invastimantii Obbo Abdii Muktaar gama isaaniin akka ibsanitti rakkoo iddoo Oomishaa fi…


