Guyyoottan 16’n farra miidhaa Korniyaa Kurfiiwan gara garaan kabajuuf kurfiin xumuramuun ibsame.
Waggaa waggaan Sadaassa 15 hanga 30 kan kabajamu Guyyoottan 16’n farra miidhaa Korniyaa Kurfiiwan gara garaan Araddoottan Magaalaa fi Baadiyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaatti kabajuuf kurfiin xumuramuun Hoogantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Bulchiinsaa Adde Kariimaa Alii ibsa Gaazexeesitootaaf laataniin ibsaniiru. Sadrkaa Idil-Adunyaatti yeroo 29 akka biyya Teenya Itiyoophiyaatti ammo yeroo 18 ffaaf Guyyoottan 16’n farra…


