GALAALCHA DIRREE 11
Manni Marii Gamtaa Dhaabilee Siyaasaa Dirree Dhawaa Filannoo Biyaalessaa marsaa 6ffaa milkawaa taachaa ibse. Manni Marii Gamtaa Dhaabilee Siyaasaa Dirree Dhawaa kan Filannoo Biyyaalessaa marsaa 6ffaa Bulchiinsatti Dorgomaa turan milkawaa fi kan bu’urri Dimokraasii itti kaa’amee jechuun Bulchiinsaa fi qaamolee shoora gumaachaniis galateefatan……GALAALCHA DIRREE oro 11Wixata – Waxabajjii 28- 2013 Artist Haacaaluu albamii osoo hojjechaa…


