Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamu Bulchiinsa Dirree Dhawaatti daawannaa taasise.

    Dirree Dhawaatti Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamu daawannaa taasiseen jidugala Tajaajila walaansa tokkoo kan Hospitaala Dilcorraa, jidugala turtii dandamachiisa miidhaamtoota miidhaa saalaa fi jidugalala turtii daa’iman miidhaaf saaxilamanii akkasumaas piroojektii ijaaramaa jiru erga daawataniin booda Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti marii Guyyaa Ayyaana Dubartoota idil adunyaa irratti marii geggeessaniiru.

    Read More

      Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamu Bulchiinsa Dirree Dhawaatti daawannaa taasise.

      Dirree Dhawaatti Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamu daawannaa taasiseen jidugala Tajaajila walaansa tokkoo kan Hospitaala Dilcorraa, jidugala turtii dandamachiisa miidhaamtoota miidhaa saalaa fi jidugalala turtii daa’iman miidhaaf saaxilamanii akkasumaas piroojektii ijaaramaa jiru erga daawataniin booda Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti marii Guyyaa Ayyaana Dubartoota idil adunyaa irratti marii geggeessaniiru.

      Read More

        አለም አቀፍ የሴቶች ቀን በድሬደዋ ዩኒቨርሲቲ በዉይይት ተከበረ።

        በአለም አቀፍ ደረጃ ለ110ኛ ጊዜ በሀገራችን ደግሞ ለ45ኛ ጊዜ ዘንድሮ በተለያዩ ዝግጅቶች እየተከበረ ባለዉ የአለም ሴቶች ቀን በድሬደዋ ዩኒቨርሲቲ “የሴቶች አመራር ሚና እና የኢትዮጲያ ብልፅግና ” በሚል መሪ ቃል በተካሄደዉ ውይይት ላይ የክብር እንግዳ የሆኑት የኢፌዴሪ ፕሬዝዳንት ወ/ሮ ሰሀለወርቅ ዘውዴ እንዳሉት የሴቶች ተሳትፎ እና ዕኩልነት ላይ አተኩረዉ ለሚሰሩ ጥናትና ምርምሮ አስፈላጊውን ድጋፍ የሚያደርጉ መሆኑን ገልፀዋል።…

        Read More

          Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamuuf Simannaan Taasifame

          Buufata Xiyaara Idil-Adunyaa kan Dirree Dhawaatti Jiila Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen durfamuuf Simannaan Taasifame kana irratti Itti-Aanaa Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaarii Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Ordii Badrii fi itti Aantuun pirezidaantii naannichaa Aadde Missiir Abdallaa fi hoogantoonni gara garaa simmaannaa taasisuun Jillichi gara Naannoo Harariitti imaleera.

          Read More

            ፕሬዚዳንት ሳህለወርቅ ዘውዴ ለሚመራ ልዑክ በድሬ ደዋ ደማቅ አቀባበል ተደረገ፡፡

            በፕሬዚዳንት ሳህለወርቅ ዘውዴ ለሚመራ ከፍተኛ የልዑካን ቡድን በድሬዳዋ አውሮፕላን ማረፊያ ሲደርስ የድሬዳዋ አስተዳደር ም/ከንቲባ አቶ ከዲር ጁሃር ኧና የሀረሪ ክልል ርዕሰ መስተዳድር አቶ ኦርዲን በድሪ እና ምክትል ርዕሰ መስተዳድር ወይዘሮ ሚስራ አብ አቀባበል አድርገውለት ልዑኩ ወደ ሀረር አቅንተዋል።

            Read More

              Buufatni Tajaajila Taaksii Saabiyaan Sa’idoo gara Qeeyraatti jijjiiramuun ibsame.

              Konkolaachiftoonni Taaksii Bitootessa 17 irraa jalqabee Iddoowan gara garaa irraa imala gara Saabiyaan taasisan Maadiyaa Saabiyaaniin goranii daandiiwan Ganda keessaa qopha’aniin deemuu akka qabaniis ibsameera. Yeroo ammaa daandiiwan Magaalattii sochii geejiba Konkolataa humna isaaniin ol ta’e keessumeessaa jiraachuu irraa kan ka’e Sirnaan akka tajaajilaniif yaadamee Filmaata Daandiiwan geejiba Konkolataa dabalataa hojii irra oolchuuf hojjachaa jiraachuu…

              Read More

                Tajaajila Hospitaalli Dil-Corraa laatu Sadarkaa fooyya’aatti guddisuuf irratti kan xiyyeefate mariin geggeefame.

                Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Deetaan Ministeera Fayyaa Dr. Darjee Dhugumaa , Bakka Bu’aa Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa fi Hooganaan Biiroo Misooma Maalaqaa fi Dinagdee Obbo Sulxaan Aliyyii , Hoogantuun Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Adde Lamlam Bazaabih akka sumaas Hoogantoonni ol’aanoon Qaamolee ga’ee Fayyaa kan Federaalaatii fi Bulchiinsaa kan irratti hirmaatan Tajaajila Hospitaalli Dil-Corraa laatu Sadarkaa fooyya’aatti guddisuuf…

                Read More

                  በድሬዳዋ አስተዳደር የድልጮራ ጄኔራል ሆስፒታል የሚሰጠውን አገልግሎት ወደ ተሻለ ደረጃ ለማሳደግ እንዲቻል ዉይይት ተካሄደ::

                  የጤና ሚኒስቴር ሚኒስትር ዴኤታ ዶ/ር ደረጀ ዱጉማ ፣ የድሬዳዋ አስተዳደር ከንቲባ ተወካይ እና የፋይናንስና ኢኮኖሚ ልማት ቢሮ ሀላፊ አቶ ሱልጣን አሊዪ ፣ የድሬዳዋ አስተዳደር ጤና ቢሮ ሀላፊ ወ\ሮ ለምለም በዛብህ ፣አስተዳደሩ እና የፌደራል የጤና ባለድርሻ አካላት የተሳተፉበት አስተዳደር የድልጮራ ጄኔራል ሆስፒታል የሚሰጠውን የጤና አገልግሎት ወደ ተሻለ ደረጃ ለማሳደግ እንዲቻል በተዘጋጃ የጥናት ዕቅድ ላይ ምክክር ተካሄደ፡፡…

                  Read More

                    Namoota Vaayirasii Koronaan qabamaniif Tajaajila laachuuf rakkachaa jirraa jedhan.

                    Hoogantuun Biiroo Fayyaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Adde Lamlam Bazaabih ganama arraa ibsa haala Qabatamaa yeroo kan dhibee Vaayirasii Koronaa irratti Gaazexeesitootaaf laataniin akka ibsanitti Bulchiinsatti Tamsa’inni Vaayirasii Koronaa sadarkaa Olaanaa irra ga’uu isaan. Namoota Vaayirasii Koronaan qabamaniif Tajaajila laachuuf rakkachaa jirraa jedhan. Dhibeen Vaayirasii Koronaa 19 gara Biyya teenyaa erga seeneen as Akka Biyyaattiis ta’ee…

                    Read More