“የጋራ ዲጂታል ነጋችንን ለማሳደግ በትብብር ለመሥራት ዝግጁ ነን” – ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር)፣ “የጋራ ዲጂታል ነጋችንን ለማሳደግ ኢትዮጵያ በትብብር ለመሥራት ዝግጁ ናት” ሲሉ ገለጹ። ጠቅላይ ሚኒስትሩ ዛሬ በናይሮቢ፣ ኬንያ “ዲጂታላይዜሽንን ለቀጠናዊ የእሴት ሰንሰለት መጎልበት በመጠቀም ለዘላቂ እና አካታች እድገት ማዋል” በሚል ጭብጥ በተካሄደው 24ኛው የCOMESA መሪዎች ጉባኤ ላይ ዲጂታል ትራንስፎርሜሽን የአፍሪካን የኢኮኖሚ ታሪክ የመቀየር ልዩ ዕድል እንዳቀረበ አፅንኦት ሰጥተው ማንሣታቸውን በማኅበራዊ ትሥሥር ገጻቸው…

Read More

የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አባላት ለጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ያቀረቧቸው ጥያቄዎች

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) በተገኙበት የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት 3ኛ ዓመት የሥራ ዘመን 36ኛ መደበኛ ስብሰባ እየተካሄደ ነው፡፡ የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አባላትም በጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ምላሽና ማብራሪያ ቢሰጥባቸው ያሏቸውን ጥያቄዎችና አስተያየቶችን እያቀረቡ ይገኛል፡፡ ከቀረቡት ጥያቄዎች መካከልም፡- • የፕሪቶሪያው የሰላም ስምምነት አፈጻጻም በምን ደረጃ ላይ እንደሚገኝና፤ ለስምምነቱ መፈፀም መንግስት ከባለድርሻ አካለት ጋር…

Read More

    Bu’aawan Wabiin Fayyaa Hawaasaa qaburraa Hawaasni keenya sirriitti beekee akka fayyadamuuf nihojjannaa jedhan.

    Ejansiin Wabiin Fayyaa Itiyoophiyaa Waajira Wabiin Fayyaa kan damee Dirree Dhawaatii waliin ta’uudhaan Ogeeyyii Komunikeeshinii fi Miidiyaalee irraa walitti babahaniif leenjii hubannoo gabbisuu kenname irratti yaada laataniin akka jedhanitti Bu’aawan Wabiin Fayyaa Hawaasaa qaburraa Hawaasni keenya sirriitti beekee akka fayyadamuuf xiyyeefannoo ol’aanaan nihojjannaa jedhan. Leenjicha irratti maalummaa Tajaajila Wabiin Fayyaa Hawaasaa , Biyyoottan Adunyaa gara…

    Read More

    Hojjatoota Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsaaf Leenjiin Kenname.

    Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa “Bara jiddugaleessa” Sanada haala Siyaasaa, Diinagdee fi hawaasummaa, akkasumas haala waqtaawaa biyyaalessaa fi idil addunyaa irratti xiyyeeffate kennamuu jalqabeera. Waltajjii kana irratti haasaa Kan taasisan Hooganaan Biiroon Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Biruuk Falaqqaa Akka jedhanitti kaayyoon leenjii kanaa Ogeeyyii Komunikeeshinii haala qabatamaa Biyya Itiyoophiyaa hubatee milkaa’ina ima…

    Read More

    Paartiin Badhaadhinaa Kaadhimamtoota Filannoo Waliigalaa Marsaa 7ffaaf Bulchinsa Dirree Dhawaafi Araddoota Kilaastara Waahel Bakka Bu’uuf dorgomiif dhihaatan ifoomse.

    Kilaastara Waahelitti Waltajjiin Kadhimamtoota Filannoo Waliigalaa 7ffaa Paartii Badhaadhinaa Bakka Bu’uudhaan Manneen Marii Bulchinsaafi Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataaf Dorgoman Beeksisuu Gaggeeffame. Kanaan dura Paartichi kaadhimamtoota filannichaaf dhihaatan kanneen sadarkaa Araddootaattifi bulchinsaatti dhiheessuudhaan gamaaggama taasifameen kanneen ga’umsaan hawaasa tajaajiluurratti raawwiifi maqaa gaarii hawaasa biratti qaban ta’uuisaanii gamaaggamanii Boordii Filannoo Biyyaaleessaa biratti galmaa’uun isaanii erga mirkanaa’e…

    Read More

      ስድስተኛው ሀገር አቀፍ እና ክልላዊ ምርጫ ያለምንም የጸጥታ ችግር በድሬዳዋ አስተዳደር እንዲካሄድ ለማስቻል የፀጥታ አካላት በምርጫ የፀጥታ እቅድ ላይ ውይይት አካሄዱ፡፡

      በ2013 ዓ.ም ስድስተኛው ሀገር አቀፍ እና ክልላዊ ምርጫን አስመልክቶ የጸጥታ እቅድ ውይይቱን የከፈቱት የድሬዳዋ አስተደደር ም/ከንቲባ አቶ አህመድ መሀመድ ቡህ ምርጫው በአስተዳደራችን ሰላማዊ እና ፍትሃዊ ሆኖ እንዲጠናቀቅ የጸጥታ አካላት ከመቼውም ጊዜ በላይ ስራቸውን በሃላፊነት ሊወጡ ይገባል ብለዋል፡፡ የፍትህ አካላት ከየትኛውም የፖለቲካ ፓርቲ ገለልተኛ በመሆን ስራቸውን ማከናወን አለባቸው ያሉት ም/ከንቲባ አህመድ ለዚህም ከወዲሁ የፍትህ አካላት እራሳቸውን…

      Read More

      እንግዳ ተቀባይ ሀገራችን ኢትዮጵያ የአለም መሪዎችን በፍጥነት በመለወጥ ላይ ወዳለችው መዲናዋ መቀበሏን ቀጥላለች።

      ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) በታደሰው እና የቅርስ ሀብቱ ለእይታ በቀረበበት ብሔራዊ ቤተመንግሥት የፈረንሳይ ፕሬዝዳንት ኢማኑኤል ማክሮንን ተቀብለዋል። እነሆ ዕለቱ በምስል።

      Read More

        Rakkoon Wal-dhabbii Uumame kan Amantaa fi Sabaa akka hin ta’in ibsame

        Fuulbana 10 Bulchiinsa Dirree Dhawaa kutaa Magaalaa Ganda Qafiiraa , Dachaatuu fi Amistanyaa jedhamutti kan Uumame rakkoon wal-dhabbii kan Amantaa fi Sabaa akka hin ta’in Bakka Bu’aan Hooganaa Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Mikaa’eel Indaala ibsa Gaazexeesitootaaf laataniin ibsan. Obbo Mikaa’eel itti-dabaluuniis rakkoon wal-dhabbii Uumame kanaan wal-qabatee Humni poolisii osoo tasgabbeessuuf yaalii gochaa jiranii…

        Read More

          Ayyana hundeeffama ODP waggaa 29 haala miidhagaa fi addaan kabajuuf kurfiin xumuramaa jira

          Bulchiinsa Dirree Dhawaatti Ayyana hundeeffama ODP waggaa 29 haala miidhagaa fi addaan sagantaawan gara garaan kabajuuf kurfiin haal-duree xumuramaa jiraachuu Itti Gaafatamaan WODP kan damee Dirree Dhawaa Obbo Abduljawaad Mahamad kurfii Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP waggaa 29 baranaa ilaalchisuun ibsa Gaazexeesitootaaf laataniin ibsaniiru.   Obbo Abduljawaad Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP waggaa 29 baranaa yeroo dhaabni…

          Read More

            የህዝብ ተወካዮች ምክርቤት በጠቅላይ ሚኒስትር ዶክተር ዐቢይ አህመድ የቀረበለትን ዕጩዎች አጸደቀ በዚሁ መሠረት የሚከተሉት ሚኒስትሮች ሹመታቸው ጸድቋል፡፡

            በዚሁ መሠረት የሚከተሉት ሚኒስትሮች ሹመታቸው ጸድቋል፡፡ 1. ምክትል ጠቅላይ ሚኒስትርና የውጭ ጉዳይ ሚኒሰትር – አቶ ደመቀ መኮንን 2. የመከላከያ ሚኒስትር – ዶክተር አብርሃም በላይ 3. የግብርና ሚኒስትር – አቶ ዑመር ሑሴን 4. የኢንዱሰትሪ ሚኒስትር – አቶ መላኩ አለበል 5. የንግድና ቀጣናዊ ትስስር ሚኒስትር – አቶ ገብረመስቀል ጫላ 6. የማዕድን ሚኒስትር – ኢንጂነር ታከለ ኡማ 7….

            Read More