በወቅታዊ አስተዳደራዊ ሁኔታ የተሰጠ መግለጫ

    በድሬዳዋ አስተዳደር ከአዲስ ምዕራፍ ወዲህ የተለያዩ ፖለቲካዊ፣ ማህበራዊና የልማት ስራዎች ከሌላው ጊዜ በተሻለ ሁኔታ እየተካሄደ ያለበት ሁኔታ የተፈጠረ ሲሆን ከዚህ ጋር ተያይዞ በአስተዳደሩ 16ኛ የብሄሮች፣ ብሄረሰቦችና ህዝቦች ቀን በደመቀና ያለ ምንም እንከን የተከናወነ መሆኑ ይታወቃል፡፡ ነገር ግን ከቅርብ ግዜ ወዲህ በአስተዳደራችን ፀረ-ሠላም ሃይሎች አስተዳደራችንን ለመፈታተን የሞከሩ ቢሆንም የአስተዳደሩ የመንግስት አካላት ለጉዳዩ ትኩረት በመስጠትና ከሚመለከታቸው የባለድርሻ…

    Read More

    Itoobiya oo u socota waddan tusaale ah!

    Shirkii koowaad ee nus-sanadlaha ahaa ee ay soo qabanqaabisay Laanta Xisbiga Barwaaqada ee ismaamulka Dire Dhabe, kana socday cinwaanka “Itoobiya oo u socota waddan tusaale ah!”, ayaa si rasmi ah u furmay. Barnaamijka furitaanka shirka waxaa ka soo qayb galay Duqa Magaalada Dire Dhabe mudane Khedir Juhar, Madaxa Xisbiga Barwaaqada ee ismaamulka Dire Dhabe mudane…

    Read More

    Bulshada ku nool Dir Dhabe waxaa si weyn loogu dhiirrigelinayaa inay gutaan waajibaadkooda madaniga ah, gaar ahaan qaadashada kaararka codbixinta si ay uga qayb qaataan doorashada guud ee 7aad.

    Tani waa tallaabo muhiim ah oo lagu xoojinayo nidaamka dimuqraadiyadda iyo dhismaha qaran ku dhisan wadajir iyo is-afgarad. Koox suxufiyiin ah oo ka socotay Xafiiska Warfaafinta ee ismaamulka Dir Dhabe ayaa la kulmay qaar ka mid ah shacabka deegaanka, kuwaas oo xaqiijiyay inay qaateen kaararkooda codbixinta. Waxay sheegeen in ay fahamsan yihiin muhiimadda ay leedahay…

    Read More

      waggaa 29 Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP marii paanaaliin kabajame

      Bulchiinsa Dirree Dhawaatti waggaa 29 ffaan Guyyaa Ayyana hundeeffama ODP fi waggaa 1ffaan jalqabbii imala Jijjiiramaa marii paanaalii kan Sadarkaa Kilaastara Baadiyaa fi Araddoottan magaalaatti Bitoottessa 14 fi 15 geggeefameen haala miidhagaa fi hawataa ta’een kabajameera.   waggaa 29ffaan Guyyaa Ayyaana hundeffama ODP kan dhaadannoo “Ilaa fi Ilaameen Milkaa”ina Egereetiif!” dhaadannoo jedhuun kabajamuu jalqabe kun…

      Read More

      የብልፅግና ፓርቲ ድሬዳዋ ቅርንጫፍ ፅ/ቤት የሴክተር፣ የወረዳና የክላስተር ህብረቶች የ2018 አንደኛ ሩብ ዓመት ዕቅድ አፈፃፀም ለመገምገም ያለመ ድጋፋዊ ሱፐርቪዥን በማካሄድ ላይ ይገኛሉ፡

      የብልፅግና ፓርቲ ድሬዳዋ ቅርንጫፍ ፅ/ቤት የሱፐርቪዥን ቡድን በትላንትናው ዕለት በጀመረው ድጋፋዊ ክትትል የአስተዳደሩ ሴክተር፣ ወረዳና ክላስተሮች የብልፅግና ፓርቲ ህብረቶችን የ2018 የአንደኛ ሩብ ዓመት ዕቅድ አፈፃፀም ድጋፋዊ ሱፐርቪዥን በማካሄድ ላይ ነው፡፡ በበጀት ዓመቱ የዝግጅት ምዕራፍ በህብረቶቹ የተከናወኑ የፓርቲ ስራዎችን የአፈፃፀም ደረጃ በመፈተሽ በትግበራ ምዕራፍ የተሻለ አፈፃፀምን ለማስመዝገብ ግብዓት የሚሆኑ ግብረ-መልሶች መስጠትን ዋነኛ ዓላማ አድርጎ በመካሄድ ላይ…

      Read More

      Tajaajila Geejjibaa Guddina Magaalaa Dirree Dhawaa Waliin Deemu Kennuuf Konkolaattota Taaksii Fayyadamuun Murteeysaa Tahuunibsame.

      #DGC Sadaasa 5/2017 Dhaabbanni Teeknoolojii ‘Swift’ konkolaattota Humna Eleetrikaatiin hojjatan 3,000 Magaalaa Dirree Dhawaatti Hojii jalqabsiisuuf Bulchinsa Dirree Dhawaa Wajiin Waliigaltee Mallatteesse. Sirna sanada waliigaltee mallatteessuu kanarratti argamuun haasaa kan taasisan Kabajamoo Kantiibaa Bulchiinsa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar hojiilee magaalaa Dirree Dhawaa “Smart” gochuuf hojjetamaa jiruufi tajaajila geejjibaa ammaayyeessuuf bu’aawwan teeknolojii fayyadamuun murteeysaa tahuu…

      Read More

      Koreen Dhaabbii Misooma Magaalaa, Konistiraakshinii fi Dhimma Bulchiinsa Magaalaa raawwii karoora walakkaa waggaa kan Waajjira hojii Adeemsiisaa magaalaarratti daawwannaa Iddoo gaggeesse.

      Koreen Dhaabbii Misooma Magaalaa, Konistiraakshinii fi Dhimma Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa raawwii karoora ji’oota 6 ji’oota 6n dabree ilaalchisee waajjira hojii adeemsisaa magaalaa guyyaa har’aa Daawwannaa dirree gaggeesseen hojiiwwan hojjetaman irratti hundaa’uun bakka hogganaan Waajjira hojii Adeemsisaa magaalichaa fi hoggantoonni dhaabbilee dhimmi ilaallatu jiranitti mari’ateera. Itti gaafatamaan Waajjira hojii adeemsisaa magaalaa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa…

      Read More

      Dirree Dhawaatti Ayyaanni Masqalaa Kabajamoo Jira.

      Ayyaanni Masqalaa Bara 2018 Magaalaa Dirree Dhawaa Addababa’ii Lagaharitti Bakka abbootiin amantichaa heedduun argamanitti taa’insoota garagaraan kabajamaati jira. Hordoftoonni amantichaa uffataafi faayawwan aadaa garagaraa godhachuun ayyaanicha kan kabajachaa jiran yommuu ta’u, shubboo qabsiisuufi faaruuwwan garagaraa faarfachuun ayyaanichaa waliin kabajachaati jiru. Ayyaanni Masqalaa duudhaa amantaa bira dabree obbolummaafi waloominni akkasumas obbolummaafi jaalalaan waliin jireenyi kan Itti…

      Read More

        Jiraatota Dirree Dhawaa ergaa Baga Gammadnee baga gammadanii dabarsan

        Ganama kana  Mudde 10 bara 2012 ALH sa’aatii 12:21 irratti Biyyi teenya Itiyoophiyaan yeroo jalaqabaaf gara hawaatti Saatalaayitii milkaa’inaan furgugaafteen Jiraatota Magaalaa Dirree Dhawaa ergaa Baga Gammadnee baga gammadanii dabarsaniiru.   Jiraatota Magaalaa Dirree Dhawaa kanneen Saatalaayitii Biyyi teenya Itiyoophiyaan ganama kana furgugaafte ilaalchisuun Namoota waan itti dhaga’ame gaafanne keessaa Obbo Yaasiin Aliyyii , Obbo…

        Read More