Jiraatonni Araddoottan Baadiyaa Horii 40 kan Birrii Miiliyoona 1.9 olitti shalagamu deegarsaan RIB laatan .
Raayyaan Ittisa Biyyaa duula Hojii Birmadummaa Biyyaa eegsisuu fi ol’aantummaa Seeraa kabajchiisuuf Garee ABUT (Baandaa) irratti jalqabe Kilaastaroota Baadiyaa Afranitti Bulchiinsa Dirree Dhawaa kan argaman Jiraatonni Araddoottan Baadiyaa 38 Horii 45 kan Birrii Miiliyoona 1.9 olitti shalagamu deegarsaan Raayyaan Ittisa Biyyaa laatan. Sirna Wal-harkaa fuudhuu deegarsaa taasifamee kana irratti Hoogantoonni Ol’aanoon Bulchiinsa Dirree Dhawaa akkasumaas…


