Goflaan Dubartootaa kan paartii badhaadhinaa Filannoo Biyyooleysaa 7ffaa ilaalchisuun Hiriira Duula Nu Filadhaa gaggeessan.
Bulchinsa Dirree Dhawaatti Goflaan Dubartootaa paartii badhaadhinaa Filannoo Biyyooleysaa 7ffaa ilaalchisuun Sosochii Deeggarsaa duula nu filadhaa kan imala miilaa Gamoon Faayinaansii hanga Buufata Baabura lafaa gaggeessan. Sagantaa kana irratti haasaa kan taasisan Kantiibaan bulchinsaa Dirree Dhawaa Obbo Kadiir Juhaar akka jedhanitti Mootummaan jijjiiramaa paartii Badhaadhinaatiin hoogganamuu sadarkaa hoggansa olaanoorraa kaasee hamma garjalaatti xiyyeeffannaa Addaa Dubartootaaf…


