Eebba Hidha Haaromsa Guddichi Itiyoophiyaa ciminaa fi tokkummaa Ityoophiyaanotaa addunyaatti kan agarsiiseera jedhan
Eebba Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa ilaalchisuun Agarsiisa Suuraa gaggeeffamaa jiru irratti Gaggeesota mootummaa daawachaa jiran kan yaada nuuf laatan akka jedhatti xumuramuun hidhi haaromsa guddichi Itiyoophiyaa ciminaa fi tokkummaa Itiyoophiyaa addunyaatti agarsiiseera jedhan. agarsiisa suuraa kanarratti Itti Aanaa Hogganaa Biiroo Qonnaa, Bishaan, Albuudaa fi Inarjii Bulchiinsa Dirree Dhawaa obbo Mohaammad Amiin Hidhi Haaromsa…


