Fooramiin Magaalota Itoophiyaa Naannoo Sumaalee Magaalaa Jigjigatti marsaa 8 ffaaf Kabajamuu irratti argama

    Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 8 Ida’amuun Badhaadhinaa fi GuddinaMagaalotaaf dhaadannoo jedhuun magaalaa jijjigaatti Guraandhala 9 geggeefamuu jalqabe kan itti fufe yoonii fi ta’u turban tokkoof kurfiiwan gara garaa fi mariiwan taasisuun sadarkaan magaalotaaf laachuun kan xumuramu yoo ta’u kanaaniis magaalotni muuxannoo wal-jijjiiruu fi ofbeeksisanii Invastaroota harkisuuf dorgomiin taasisan kan eegamuudha. Qaamoleen nageenya hanga xumuraatti qindoomina guutuun…

    Read More

      የዓመታት የመጠጥ ውሃ ጥያቄያችን ምላሽ ማግኘቱ አስደስቶናልየድሬዳዋ የፕሮጀክቱ ተጠቃሚዎች

      ከዘጠኝ መቶ ሚሊዮን ብር በላይ የተገነባው የመጠጥ ውሃና ሳንቴሽን ፕሮጀክት ተጠናቆ ሙሉ በሙሉ አገልግሎት መጀመሩ እንዳስደሰታቸው አስተያየታቸው ለኢዜአ የገለፁት ተጠቃሚዎች ተናገሩ፡          አስተያየት ሰጪዎች እንደተናገሩት የፌደራልና የድሬዳዋ ከፍተኛ አመራሮች በተገኙበት ተመርቆ ለሁሉም አገልግሎት መስጠት የጀመረው ፕሮጀክት የዓመታት የነዋሪውን የውሃ ጥያቄ ምላሽ የሚሰጥ ነው፤ ፕሮጀክቱ ዘላቂ አገልግሎት እንዲሰጥ በጥንቃቄ እንደሚይዙት ነው ነዋሪዎቹ የገለፁት፡፡         ሐጂ ሸምሸዲን…

      Read More

      በድሬዳዋ እየተሰሩ ላሉት የልማት ስራዎች ቻይና ድጋፍ እንደምታደርግ ተገለፀ

      በኢትዮጲያ የቻይና አምባሳደር ቼን ሀይ የተመራ ልኡካን ቡድን ድሬዳዋ መግባቱ ይታወቃል ። ልኡካን በድኑም ወደ ድሬዳዋ የመጡበት ዋንኛ አላማም የሁለቱ ሀገራትን ግንኙነት ለማጠናከር ሲሆን በድሬዳዋ በነበራቸው ቆይታም ለድልጮራ ሪፈራል ሆስፒታል ለድንገተኛ ህክምና የሚውሉ መዳኒቶች እንዲሁም የህክምና ቁሳቁሶችን ድጋፍ ማድረግም ችለዋል ። በኢትዮጲያ የቻይና አምባሳደር ቼን ሀይ የተመራ ልኡካን ቡድንም በዛሬው እለት ከአስተዳደሩ ከፍተኛ አመራሮች ጋር…

      Read More

        The community should further strengthen efforts to increase the economic, political and social benefits of women

        International Women’s Day, March 8, has been celebrated by our administration since February 21. One of these events was organized by the Bureau of Women and Children’s Administration with the theme “Let’s build a society that respects women’s rights” with the participation of women leaders in a Talk show. This year’s International Women’s Day, which…

        Read More

          Ityoophiyaan bara baajata kanatti Guddina 6% ol galmeessisuun ibsame.

          Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gaaffiiwwan garagaraa miseensoota mana maree bakka bu’oota ummataa irraa dhiyaateef ibsa laataniiru. Ityoophiyaan bara baajata qabamet 6.1% guddina galmeessifteetti jedhame. Ityoophiyaan bara baajata Faranjootaa 6.1% guddina diinagdee galmeessuu muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad beeksisaaniiru. Bara darbeetti dameewwan baankoota baayyateera; lakkoofsi dameewwanii 18% guddachuu ibsaniiru. Dooktar Abiy baayyachuun dameewwanii jijjiira guddaa…

          Read More

            Koreen Dhaabbii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Daawannaa Bulchiinsatti geggeessaa ture xumuree dhimmoota sirreyfamuu qabanii fi xiyyeeyfannaa barbaadan irratti bulchiinsaa waliin marii gaggweyse.

            Mana Maree Bakka Bu’oota Ummata Itoophiyaatti Koreen Dhaabbii Dhimma Bishaan, Masnoo fi Naannoo Gammoojjii Kutaa Bulchiinsaa kan adda addaatti Daawannaa geggeessaa ture xumure. Jiilli Kabajamtuu Adde Fatiyaa Ahmad Walitti qabduu Koree Dhaabbii Dhimma Bishaan, Masnoo fi Naannoo Gammoojjii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummata Itoophiyaattiin duurfame Daawannaa Kutaalee Bulchiinsaa kan adda addaatti taasisaa ture xumuruun Af-yaa’ii…

            Read More

              Dire Dawa University has graduated 2093 students.

              Dire Dawa University graduated from 2093 students with 2093 degree and secondary school. If 1365 girls are 1365 boys, overall 2093 students have graduated 728 students beautifully today on February 26-2013 At this graduation ceremony of Dire Dawa University president Dr. Ubaah Adam graduated 2093 students congratulation message and message.

              Read More

              ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ከእስራኤል ፕሬዝዳንት አይዛክ ሄርዞግ ጋር ተወያዩ::

              ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) ዛሬ ወደ ኢትዮጵያ ለይፋዊ ጉብኝት የመጡትን የእስራኤል ፕሬዝዳንት አይዛክ ሄርዞግን ተቀብለው ፍሬያማ ውይይት ማድረጋቸውን ገልጸዋል። የኢትዮጵያ እና እስራኤልን ግንኙነት በማጤን በወል ፍላጎታችን ላይ ተመሥርተን ትብብራችንን የምናሳድግባቸውን መንገዶች ተመልክተናል ሲሉም አክለዋል።

              Read More