Guyyaan Injifannoo Adwaa Waggaa 128ffaa Marii paanaaliin kabajamaati jira.
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti bakka bu’oota Qaamolee Hawaasa gara garaa kan irraatti hirmaatan Waggaa 128ffaa Guyyaa Injifannoo Adwaa Marii paanaaliin kabajamaati jira. Qopheessummaa Biiroo Dhimma Komunikeeshinii Bulchiinsaatiin Guyyaan Injifannoo Adwaa Waggaa 128ffaa Adwaan injifannoo tokkummaa Itoophiyaanota hundaatiin argame, uummata gurraachaa hundattis kabaja horeedha.


