“Abbaa dabaree wanni ja’amu hin jiru An waanan MM ta’eef, Oromoon waan argachuu qabu dhabuu hin qabu” MM Dr. Abiy Ahimd
“Biiyti quubii miti kan faraqa faraqaan gaggeessan! Oromoon bu’aa argachuu dhiisii waan isaaf maluu hin arganne. Ani waanan Muummee Ministeeraa ta’eef gahee Oromoon argachuu qabu dhabuu hin qabu. Abbaa dabaree ja’anii mataa nama gad qabachiisuudhaaf ololli bifa duulaatiin gaggeyfamaa jiru sirrii miti kun sirraahu qaba. iddoo hundaahuu laala sakhatta’aa ramaddii ministeerummaa iraa jalqabee Ministeerri sabaan…


