Kilaastara Baadiyaa Bulchiinsaatti Biqiltuu kum 250,000 Guyyaa tokkotti dhaabuuf kurfiin xumuramuun ibsame.
Bulchiinsa Dirree Dhawaatti ‘Dirree Magariisa Uwwisuudhaan Biyyaafiis fakkii ni taana !’ dhaadannoo jedhuun Sadarkaa Bulchiinsaatti Boru Adoolessa 29 bara 2013tti Kurfii Biqiltuu kum 500,000 Guyyaa tokkotti dhaabuuf qabameen Kutaa Kilaastaroota Baadiyaa 4tti Araddoottan Baadiyaa 38 argamanitti Biqiltuu kum 250,000 akkasumaas Araddoota Magaalaa 9tti Biqiltuu kum 250,000 walumaagalatti Biqiltuu kum 500,000 Guyyaa tokkotti dhaabuuf Kurfii xumuramuu…


