Hojiilee hojjetameef beekkamtii kennaa kan hafan milkeessuuf tattaaffachuun hojii ijoo ta’uu qaba – MM Abiy Ahimad
Hojiilee hojjetameef beekkamtii kennaa kan hafan milkeessuuf tattaaffachuun hojii ijoo ta’uu qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffii miseensota mana maree bakka bu’ootaa ummaataarraa ka’eef wayita deebii laatan. Jijjiirramaa as gama misooma daandiin hojiin hojjetame gaarii ta’uu kaasanii jiru. Iddoolee ga’umsaa fi tajaajila Daandii qilleensaa dabaluuf hojii hojjetameen bu’aan gaariin argamuu ibsaniiru. Tajaajila uwwisa…


