Hojii Baruu fi Barsiisuu Yuunivarsitiif Hawaasni Bulchiinsaa marti ga’ee isaa akka gumaachu waamichi dhiyaate
Yuunivarsitii Dirree Dhawaa Hojii Baruu fi Barsiisuu haala Nageenyaan itti-fufsiisuuf Ganama arraa jechuuniis Amajii 7 Marii Koonfiransii Nageenyaa geggeefame irratti ergaa kan dabarsan Itti-Aanaan Kantiibaa Bulchiinsaa Obbo Ahmad Mahamad Buuh Hojii Baruu fi Barsiisuu Yuunivarsitiif Hawaasni Bulchiinsaa marti ga’ee isaa akka gumaachu waamichi dhiheessaniiru. Yuunivarsitii Dirree Dhawaatti Pirezidaantiin Itti-Aantuu Dr. Ubaah Adam akka jedhanitti rakkoo…


