Magaalaa Dirree Dhawaa Miidhagduufi Qulqulluu Taasisuuf Hojiileen Hojjetamaa Jiran Ciminaan Itti Fufuu Akka Qaban Ibsame.
Bulchinsa Dirree Dhawaatti Bulchinsi Aanaa 02 “Aanaa Miidhagaafi Ganda Qulqulluu Uumuu” Mataduree jedhuun jiraattota walk-in Waltajjii Mario gaggeeyse. Waltajjii kanarraatti argamuun haasaa kan taasisan Hogganaa Komishinii Dargaggoofi Ispoortii Bulchinsa Dirree Dhawaa Komishinar Khalid Mohammed Bulchinsi Dirree Dhawaa hojii qulqullinaafi miidhagina magaalaa misooma Koriidaraa waliin adeemsisuun magaalattii miidhagduufi qulqulluu taasisuurratti xiyyeeffachuun ciminaan hojjechaa jiraachuu eeranii kana…


