Qaamoleen ga’een Qindoominaan Hojiin Misooma Sululaa Marsaa 8ffaa akka hojjachuu qaban ibsame
Biroon Qonna, Bishaan, Albuudaa fi Inarjii Bulchiinsa Dirree Dhawaa Hojii Qindaawaa Misooma Sululaa marsaa 8ffaa hojjatamuuf jedhu ilaalchisuudhaan Geggeesota Deegartootaa Kilaastaroota fi Araddoottan leenjii hubannoo kan hojii Hojiin Misooma Sululaa Marsaa 8ffaa ilaalchisuudhaan qophaa’e irratti Qaamoleen ga’een Qindoominaan Hojiin Misooma Sululaa Marsaa 8ffaa akka hojjachuu qaban ibsan. Wal-tajjii marii hubannoo kana irratti argamuudhaan haasawa kan…


